Oduu Tarkaanfii WBO boodana nu dhaqqabe/News Update

0
202

Oduu Tarkaanfii WBO boodana nu dhaqqabe/News Update

Ajajaan Commandpostii Waacillee WBOn Ajjeesame

(SBO/VOL – Ebla 05,2018) Waraana wayyaanee Ebla 03,2018 WBO Zoonii Kibbaan Godina Booranaa Borborii fi Waacillee gidduu bakka Goobda jedhamutti haleelamanii ajjeesaman keessatti Ajajaa CommanPostii Waacillee kan ta’e Ajajaa 1000 Shaalaqaa Mohammed jedhamu akka keessatti argamu Ajaji WBO Zoonii Kibbaa oduu boodana SBOf ergeen mirkaneessee jira.

Loltootni wayyaanee Ebla 03,2018 WBOn bakka Goobda jedhamutti haleelamanii dhuman 50 ol akka ta’an gabaasuun keenya ni yaadatama.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here