Oduu Oromiyaan Maal keeysa Olte?

0
258

(SBO Hagayya 8/2017) Godina Lixa Shaggar Aanaa Jibaat Magaalaa Shananitti Sochiin Warraaqsa Biyyooleessa Oromiyaa FXG Gootota Qeerroo dargaggoota Oromoofi uummata Oromoon finiinaa jiraachuu Gabaasaan Qeerroo Amboo irraa amma nu gahee ifa godheera.

Qeerroon Aanaa Jibaat Magaalaa Shanan sochii Warraaqsa FXG marsaa 2ffaa kaleessa Ambootti qabsiifameef dirmannaa gochuun har’a Warraaqsa cimaa gaggeessa jiru, Gabaasaa dabalataan walitti deebina!!


#MormiiOromoo-Amma finfinneti gara Najjotti galaan jira aAmbo jalqabee suuqonni; manneen. Daldalaa cufoodha;Baabbichi irratti baasiin tokko rukutame namni tokko baayee miidhame hospitala seenera.


Dammaqaa Nagaasaa  #Gudaritti mormiin jabaatee itti fufee ooleera!!

“GUDAR Hardhas guutummaan waanti hundi cufamee itti fufeera. Hanga amnaatti loltoonni sirnichaa dargaggoota hedduu hidhaa jiran. Isaan keessaa Maqaa isaanii Warra arganne
1. Caalaa Jifaaraa umurii 18
2. Jifaaraa Wayyeessa umurii 15
3. Abdii Geetachoo umurii 15
Umurii 18 Gad Hindi isaanii kan hafanis sinii ergina .
Qabsoon itti fufa!
Qeerroo Gudar irraa!


“Maggaalan gincii kanaa fakkaati har’a kanaa kunoo haata’uu malee gara finfinneeti konkoolatan tokko tokko hojjacha akka jiran dhagaha jira bajaajin tokkos kan abbaan qabeenyuma isaa mucaa sabaaf jedhamu dhalootan galleesa kan tahee yeroo ammaa kanaa akkeekachisa qeerroo darbee hojjaaxha jira kana malees mani nyaata intaala amaara maqaan ishee tigist jedhamtus banaadha kana kara garaagara nuf dhammii”


“Qeerroo News Hagayya 8, 2017
Mormii marsaa 2ffaa Wiixata Ambootti dho’een wal qabatee tarkaanfii Naannoo Ambootti qeerroon Amboo warreen murtii Qeerroo fudhachuu didan irratti fudhataman fi odeeffannoo qeerroowwan irra gabaafameen
 Baajaajii 8
D ford (Dolfin) 4
High Rufe 11
FSR 5
ISZU 3
pic up mootummaa 2
TATA BUs 4
Min Bus 1
Long vickiles(Tasaabii)3
Walii galli isaanii konkolaattota 41 kan ta’aan osoo itti himnuu didanii qabeenyi isaanii kan warreen opdo/kaabinee waliin ta’uun mormiin kun akka fashala’uu kan godhan irratti tarkaanfiin qabeenya isaanii barbadeessuu irratti fudhatamee jira.
Ammas itti Fufa !”

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here