#OromoRevolution“Jirtaa WBO Leenca Bosonaa Irreef Gaachaana Oromiyaa”, Guyyaan WBO Amajjiin, Amajjii 1/2017 Mooraa Waraanaa Bilisummaa Oromoo WBO dirree falmaa jiru biratti bifa ho’aa fi addaa ta’een kabajamuu gabaasaaleen argachaa jirruu ifa gochaa jira. Gootichi Artistiin Oromoo #Elemoo_Alii Guuyyaa WBO mooraa Waraanaa WBO tti argamuun WBO waliin jiraachuu isaa mirkaneessuun guyyaa WBO bifa addaan kabajataniiru.
‘Dhirri inni Onnee qabu dhaqeeti ilaalaa lafa gootni jiruf ,akkatti kutataa fi qabsaa’an itti jiru,
Ijoolleen haadhaa malee abbaa ishee dhalchee hamachuu hin dandeenyee Facebook irraa ololaa olti’
Qabsoon itti fufa Gabromsaan ni kufa!!
#VIVA_WBO

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

*

}