Opinion

ESAT DC Qophii Dhimma Keenyaa

Facebooktwittergoogle_plusredditpinterestlinkedinmailby feather
Facebooktwitterlinkedinrssyoutubeby feather

One Comment

  1. Aadde Saamiya,
    Saboontu dubartii Oromoo. Gama keetiin qabasoo Oromoof jecha, hanga siif danda’ame sabakee walaboomsuuf wanna goochaa jirtuutii, jabaadhu.
    Ani, yeero amaati, miseensa dhaaba ati keessatu qabsooftuu mitti, hatau’iyu malee, akka nama qabsoo ati gochaa jirtu, guddisee deegeruti, yaada sif keenu fedhe.
    Miiddiya Habashaa irrati baatee nama akka Befeeqadu Moroddaa, galtu Habasha wojjin odoo dhima Oromoo hin hasooftu ta’e gaari dha. Namni kun waanna guddaa dhisii namni Oromoo maqaa qabsoo ofii baafatteen waamu nama lagatu.
    Wal-gahii warri ODF Habashaa wojjin godhatan keesati, Diimaa Nogootin, nama maqaa jiijiree የኛ ታጋዬች እንደ እነ አቶ ዮሐንስ waamu dha. Anille miseensas, degeeraa ODFiis mitti garu hangam akkani, Habashoota gammachisuf carraqu, na aggarsiise.
    This is really unbelievable when Befekadu Moradda says he admires OLF fighters. The one he awfully hates OLF.
    Please, please you guys be shrewd and smart enough not to give out Oromo pride and info to such naturally Oromo but mentally enslaved by the Habashas

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

*