Dhalattoonni Oromoo Mooraa Hammarreessaa Keessa Qubsiifaman Maal Jedhu?

0
524

WAASHINGITAN, DIISII — 

Walitti bu’insa daangaa bulchiinsa naannoo somaalee fi Oromiyaa giddutti uumameen kanneen jireenya ofii irraa buqqa’uuf dirqaman keessaa hangi tokko godiina Harargee Bahaa magaalaa Harar naannoo Hammarreessa jedhamu keessa qubatanii jiru. Jiruu fi jireenya isaanii haala suukanneessaa keessaa akka jiru dubbatu. Maaltu irra ga’e? jallanneen haasofsiiftee jirti.

Loading...

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here