Tuesday, July 17, 2018
video

SBO: Muddee 08 bara 2017.

Waayee Oromoo Raayyaa kana beektuu Laata?

Jaarroleen Oromoo Raayyaa Finfinnee dhufan aadaa,seenaa fi afaan ufii jabeeffatanii baduu dhowwachuu fedhan sa’aatiilee 3 dura Soraa Halakee Maanguddoon Oromoo Raayyaa Oromoo naannoo Somaalee baqatan fulaa...

Reuters : Expect more war, hunger.

Expect more war, hunger, Islamist violence in 2018 -Geneva think-tank Tom Miles GENEVA (Reuters) - Humanitarian crises around the world will worsen next year with no...

Waliigaltee Hawaasawaa | mirgoota Oromoo fi haaromsa DhDUO:

Waliigaltee Hawaasawaa | mirgoota Oromoo fi haaromsa DhDUO: _____________________________________________ Sirna siyaasaa keessatti hundeeffamni waliigaltee hawaasawaa bu'uura aangoo siyaasaa mootummaa ti. Waliigalteen hawaasawaa qaamota lama qaba....

Meeshaa Gurguddaan Oromiyaa Bakkeewwaan Hedduu Seenaa Jira. Oromiyaan Buufata Waraanaa Fakkaatteetti.

Wayyaaneen uummata Oromootti Waraana bantee jirti. Haalli Oromiyaa ka duriirra ulfaate. Biyya Oromiyaa humnaan weeraranii saamaa jiru. Saamichi lafaa kallattiin adeemaa jira. Buuqqaatinsi uummataas dabaleera....

Agazi fired live bullets on unarmed protesters in Gursum killing atleast...

 VOA AFAAN OROMO ODUU GURSUM =============================== Qoodi Yaadawwan Ilaali Print WAASHINGITAN, DIISII — Godina Harargee Bahaa aanaa Gursum araddaa Kaasaa Oromiyaa keessatti har’a Liyyuu Poolisiin uummata irratti haleellaa raawwateen namoonni...

OROMIA: VOA Barattoonni Yunivarsitii fi Koolejii Hundaa Barnoota Dhaaban.

Magaala Dambii Doolloo Qoodi WAASHINGITAN, DIISII — Godinaa Qellem Wallaggaa, magaalee Dambi-doolloo keessatti raayyaan ittisaa bobba’ee uummatga hiraasaa jira – jechuudhaan, barattoonni manneen barnootaa magaalattii keessa jiran...