Tuesday, July 17, 2018

Waayee Oromoo Raayyaa kana beektuu Laata?

Jaarroleen Oromoo Raayyaa Finfinnee dhufan aadaa,seenaa fi afaan ufii jabeeffatanii baduu dhowwachuu fedhan sa’aatiilee 3 dura Soraa Halakee Maanguddoon Oromoo Raayyaa Oromoo naannoo Somaalee baqatan fulaa...

Dandamachiisa Oromootaa fii Oromiyaa tii Jecha Iyyaa Iyya Dabarsaa

  Yeroo ammaa kana ummatni Oromoo rakkoo hammana hin jedhamneef saaxlamee jira. Rakkoo kana, kan irra fidhe sirna wayyaanoota TPLF kan bara 27 guutuu, Oromoota...

OROMIA: VOA Barattoonni Yunivarsitii fi Koolejii Hundaa Barnoota Dhaaban.

Magaala Dambii Doolloo Qoodi WAASHINGITAN, DIISII — Godinaa Qellem Wallaggaa, magaalee Dambi-doolloo keessatti raayyaan ittisaa bobba’ee uummatga hiraasaa jira – jechuudhaan, barattoonni manneen barnootaa magaalattii keessa jiran...

Agazi fired live bullets on unarmed protesters in Gursum killing atleast...

 VOA AFAAN OROMO ODUU GURSUM =============================== Qoodi Yaadawwan Ilaali Print WAASHINGITAN, DIISII — Godina Harargee Bahaa aanaa Gursum araddaa Kaasaa Oromiyaa keessatti har’a Liyyuu Poolisiin uummata irratti haleellaa raawwateen namoonni...

Western tax money has to be a free oxygen for Oromo...

By Dr. Baro Keno Deressa To: UN human rights council Secretary of state Mike Pompeo President of the European Commission Mr. Jean Claude Juncker  ECMO is instituted...