Thursday, April 26, 2018

QOPHII GAADDISA DHUGAA: EBLA 05 2018

https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=949145635240492&id=250515108436885

ABOn Yoo TPLF Marii Nageenyaaf Cicha Qabaate Qophii Tahuu Dubbate.

Obbo Daawud Ibsaa, Hayyu-duree Adda Bilisummaa Oromoo WAASHINGITAN, DIISII — Addi Bilisummaa Oromoo fi Addi Bilisummaa Biyyoolessaa, rakkoo yeroo ammaa Itiyoophiyaa keessa jirtu furuu irratti ejjennoo...

(Ibsa ABO Guyyaa Gootota Oromoo Ilaalchisuun)

Gootota Oromoo fi Ebla 15 (Ibsa ABO Guyyaa Gootota Oromoo Ilaalchisuun) (SBO/VOL - Ebla 13,2018) Biyyootni fi Sabootni hundumtuu Gootota seenaa isaanii keessatti waan...
video

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 13, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 13, 2018 SBO: Ebla 13, 2018. Oduu, Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo ilaalchisuun Ibsa ABO, Wixinee HR- 128 mana Maree...

New PM: The Biggest TPLF Conspiracy Or Capable of Making...

Denboba Natie Most people in Ethiopia and Diaspora with minimum political knowledge may share with me the understanding of one unequivocal fact. The dynamics of...

VOA: Oromiyaa Adda Addaa keessatti Hiriirri Mormii Geggeessamaa Jira:

WAASHINGITAN, DIISII —  Godinalee Oromiyaa garaa garaa keessatti har’a hiriirri mormii geggeessamuu isaa jiraattonni nuuf ibsanii jidran. Akkuma kanaan Godina Qelleem Wallaggaa, aanaa Hawwaa galaan,...

CONGRESS TO VOTE ON ETHIOPIA RESOLUTION

CONGRESS TO VOTE ON ETHIOPIA RESOLUTION U.S. Representative Mike Coffman (R-CO) April 6, 2018 (HR128.org) — The U.S. House of Representative will hold a vote on Tuesday...

Sabboontotni Oromoo Oromia keessatti argaman WBO jabeessuuf gumaacha godhan itti fufuun.

Sabboontotni Oromoo fi miseensotni ABO Bahaa fi Lixa Wallaggaa akkasumas I/A/Booraa keessatti argaman WBO jabeessuuf gumaacha godhan itti fufuun tibbanas qarshii 36,500 arjooman. (SBO/VOL -...