Friday, July 20, 2018

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Waxabajji 20,2018 Finfinnee Oromiyaa

Yeroon Ammaa Nuuf Warqeedha, Nama Dhuunfaa Deggaruufis Mormuufis Yeroo Hinqabnu! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Waxabajji 20,2018 Finfinnee Oromiyaa Qabsoon Oromoo ifaajjiifii dhamaatii danuu booda sadarkaa har'aarra ga'eera. Qeerroon...

Breaking News WBO Godina Dhihaa basaasota 6 to’atnaa isaa jala oolche.

(SBO/VOL - Waxabajjii 15,2018) Gootichi WBO Godina Dhihaa Ona Qondaalaa ganda Ushunfaa jedhamu keessatti tikoota sirna wayyaanee sochii WBO basaasuuf dirqama fudhatanii sossohaa turan...

TPLF Denounces Ethiopia’s Peace Deal With Eritrea, Calls for Emergency Meeting

TPLF Denounces Ethiopia’s Peace Deal With Eritrea, Calls for Emergency Meeting “The Badme horse is out of the barn and gone. Badme is water under...

Breaking news: WBO loltoota TPLF l167 ol galaafate.

Oduu Tarkaanfii Gooticha WBO =============================================== (SBO/VOL - Waxabajjii 11,2018) Waxabajjii 05, 08 fi 09, 2018 gidduutti WBOn Godina Dhihaa tarkaanfii bakkoota adda addaatti Humna Diinaa irratti...

Waxabajjii 9 Bara 2018) WBO Godina Lixa Oromiyaa Keessa Socho’u diina...

SBO Waxabajjii 9 Bara 2018) WBO Godina Lixa Oromiyaa Keessa Socho'u guyyaa har'aa Godina Wallagga Lixaa Bakka Maqa Najjoo Jedhamee beekamutti humna Diinaa Oraalii...

Oromo Liberation Front (OLF) Press Release

Oromo Liberation Front (OLF) Press Release Oromo Liberation Front (OLF) Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Resolutions of the Oromoo Liberation Front National Council OLF Press Release June 05, 2018 The Oromo...

Yoomiyyuu Haqaa fi Ummatatu Injifata! (Ibsa ABO Irraa Kenname)

Yoomiyyuu Haqaa fi Ummatatu Injifata! (Ibsa ABO Irraa Kenname) (SBO/VOL - Waxabajjii 01,2018) Biyya sirni cunqursaa keessatti diriirfamee humnaan bulfamtu keessatti Sabootni, sab-lammootnii fi ummatootni mirga...

Oromiyaa/Itiyophiyaa Keessatti Nageenya Waaraa Fiduuf Ejjeennoo Qeerroo Bilisummaa

Qeerroo Bilisummaa Oromoo Caamsaa 25,2018 Finfinnee Oromiyaa Akeeka uummata Oromoo qabatee, Adda Bilisummaa Oromoo jala hiriiruun garbummaa jaarraan lakkaahamu kan uummata Oromoo irratti fe’amee sochii jiruuf jireenyaa...