74 F
Saint Paul, US
Wednesday, August 23, 2017

Oduu Oromiyaan Maal keeysa Olte?

(SBO Hagayya 8/2017) Godina Lixa Shaggar Aanaa Jibaat Magaalaa Shananitti Sochiin Warraaqsa Biyyooleessa Oromiyaa FXG Gootota Qeerroo dargaggoota Oromoofi uummata Oromoon finiinaa jiraachuu Gabaasaan...
video

Oduu Amma Nu Gahe/Breaking News/ Hagayya 07/2017

(SBO/VOL - Hagayya 07,2017) Mootummaan wayyaanee rakkoo dinagdee ishee mudate irra aanuudhaaf gibira humnaa ol dabaltus uummatni sochii warraaqsaa fi uggura dinagdee, lagannaa gabaa...

Oduu Oromiyaa Gara Garaa

Godina Wallaggaa bahaa aanaa Gudeyyaa Biilaatti gartuun sirna tajaajiltoota sirna Wayyaanee qabeenya ummataa saamanii dadhabnaan humna ummataa gara maallaqaatti jijjiiruun dafqa ummataa saamaa jirachuu...

Breaking News: Humni Addaa Ittisa tarkaanfii fudhate.

(SBO Hagayya 5/2017) MOGOR! Godina Lixa Shaggar Aanaa Adaa’aa Bargaa Magaalaa Mogoriitti Galgala har’aa sa’aa 2:30 irratti Humni Addaa Ittisa Ummata Oromoo Gartuun Qeerransa...

Recent Posts

}