74 F
Saint Paul, US
Wednesday, August 23, 2017

Fincilli daran jabaatuun godinaale oromiyaa guutuu keessatti adeemsifamuun gabaafame

Fincilli daran jabaatuun godinaale oromiyaa guutuu keessatti adeemsifamuun gabaafame (SBO/VOL - Adoolessa 23,2017) Dhiyoo akkuma gabaafame FXG Shawaa Lixaatti eegale tarkaanfii hedduun qabeenyaa wayyaanee irratti...
video

Godina Lixa Shaggar Keessatti Diddaan Ummataa Itti Fufee Jira

Adoolessa 16/2017 Galgala keessaa sa’a 2:50 irraa eegalee Magaalaa Amboo Keessatti Dhukaasni cimaan kan waraana wayyaanee irraa uummatatti baname , gara naannoo Mooraa Yuunibarsiitii...

Ambootti Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG dhoohe.

#OromoRevolution Adoolessaa 13/2017 Gidduugaleessaa Oromiyaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG Kanfaltiin gibiraa dachaa guddaan Uummatarratti dabalamuu waliin walqabatee daran jabaachuun Mormii Guddaan Qeerroo Dargaggoota Oromoo, Daldaltoota f

Gibiraa fi Qaraxni Bittoota Irroomsu Mormamuu Qaba (Ibsa ABO)

Adoolessa 11,2017) Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n Gibiraa fi qaraxa humnaa olii, loogummaa irratti hunda’e bifa duulaan daldaltootaa irratti fe’amaa jiru ni balaaleffata. Addatti ammoo...

Recent Posts

}