Breaking News WBO Godina Dhihaa basaasota 6 to’atnaa isaa jala oolche.

0
447

(SBO/VOL – Waxabajjii 15,2018) Gootichi WBO Godina Dhihaa Ona Qondaalaa ganda Ushunfaa jedhamu keessatti tikoota sirna wayyaanee sochii WBO basaasuuf dirqama fudhatanii sossohaa turan basaasota 6 to’atnaa isaa jala oolche.

Basaasotni/tikootni sirna wayyaanee kunniin lammii Tigraayi kan ta’an dhiirota lama, dhalaa tokkoo fi lammii Benishaangul kan ta’an ammoo dhiirota sadii to’atnaa isaa jala oolchee jira.

Loading...

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here