Home Authors Posts by Admin

Admin

144 POSTS 0 COMMENTS
www.oromiapress.com delivers the latest breaking news and information on the latest top stories, in-depth coverage,
Lubbuu, Dachii, Qeyee fi Qabeenyi Ummata Oromoo, Bilisummaa Oromiyaa Qofaan Tikfama: Ibsa Qeerroo Bilisummaa Irraa Kenname. Fulbaana 12,2017 Dhiigaa fi lafee ummata keenyaatiin aangoo isaa hundee irraa raafamee kufaatiif gatantaraa jiru lubbuu itti horuuf, mootummaan Wayyaanee, humna waraanaa ergamtuu isaa ta’e, ‘liyyuu poolisii’ humna ittisa Impaayera Ixoophiyaa fi tikaa bobbaasuun, dachii fi...
“Goorroo Abbaatu Hordata, Roorroo Abbaatu Dhowwata!” Mootummaan Wayyaanee waggoota 26 dabraniif Ummata Oromoo irratti lola ifatti baneen ajjeechaa suukanneeessaa raaw’achaa jirutti dabalee kumoota hedduudhaan manneen hidhaatti guuree dararuudhaan miidhaa ol aanaa irraan gahaa jiraachuu fi kanneen ajjeechaa fi hidhaa irraa hafan saamuu fi hiyyoomsuudhaan beelaa fi kadhaaf saaxiluu itti fufee...
Gaaffii fi Deebii Raajii Guddataa Waliin Gurmuu WBO Biyya alaa Jiraatan /USA Coloraadoo/ MSG jaal Billoo Garbii Fi Awuroophaa Sweeden Jaal Gammachis Naadoo Kora Sabaa 4ffaa Irrattii.
Qeerroo Oromoo tana dhaggee ofitta amanamummaa isaanii fi gootummaa isaaniin gama tokkoon gammachuun natta dhaga'amee gama biraatiin ijoollee tana caalatti ijaaruu fi waan guutamuufii qabu guutuun dirqama ta'uu hubadhe. #StopLiyuPolice
(SBO/VOL - Fulbaana 10,2017) Gartuun TPLF/wayyaaneen haalli OPDOn Lammaa Magarsaa jalatti ittiin deemaa jirtu ishee yaaddessuu irraa gartuu Lammaa Magarsaa shira itti xaxxee fonqolchitee OPDO haaraa ijaaruuf murteeffattee jiraachuu maddeen oduu haalichatti dhiheenya qaban ifa godhu. Akka karoora TPLF lafaa qabduutti liyyuu poolisii fi humna waraanaan daangaa Oromiyaa dhaabbatummaan weeraraan...